Get Mystery Box with random crypto!

Yeroo naannoo biraa keessaa maqaa of ta'uu jedhuun ummanni hoo | Daandii Milkii(Jennataa)

Yeroo naannoo biraa keessaa maqaa of ta'uu jedhuun ummanni hoongootti seenaa jirutti Warri Oromoo angafaa ta'anii fi maalummaa amantii Waaqeffannaa sirriitti beekan gara Islaamummaa dhufaa jiru.Kun tola Rabbiitu.Hudaafu baga Rabbiin dargaggoota keenya haqa argisiise.