Get Mystery Box with random crypto!

'Masjida keenya da'oo godhanne. Garuu achis galanii namoota 46 | Daandii Milkii(Jennataa)

"Masjida keenya da'oo godhanne. Garuu achis galanii namoota 46 nurraa ajjeesan. Kiyya qofa nama 12 najalaa ajjeesan. Amma anas osoo ajjeesanii jiraatan jedheen gaabbaa jira. Yaa Rabbi maalumaaf na hambifte? Kana booda maaltu naaf hafe?"
Nama du'a irraa hafetu Jerman Radiotti hime.
Yaa Rabbi ati dhiiga ummata kanaa hin dhiisin. Warra dhiiga ummataatiin siyaasa daldalus Rabbiin dhiiga isaanii dhangalaasee nu haa agarsiisu.

"...መደበቂያ ያደረግነው መስጂዳችንን ነበር፤ ግን እዛም ገብተው 46 ሰዎችን ገደሉብን፣ የኔን ብቻ 12 ቤተሰቦች ገደሉብኝ ፣ አሁን እኔንም ቢገድሉኝ ኑሮ እያልኩ እየተጸጸትኩ ነው አላህ ለምን አተረፈኝ! ከዚህ በኋላ ምን ቀረኝ?.."

ከግድያ የተረፉ እማኝ ለDW-Amharic ጀርመን ሬድዮ ድምፅ የተናገሩት!