Get Mystery Box with random crypto!

kun akkana jedhe: “Yeruma sana waa’een interview, waa’een rama | Daandii Milkii(Jennataa)

kun akkana jedhe: “Yeruma sana waa’een interview, waa’een ramadamuu fi wanti kamillee fuula koo duraa dhokatee fuulli abbaa kiyyaa na dure dhufe!!!”
“Hojiin abbaa kootii sun gubbaan isaa qalbi-jabeenyaa fi goggogina fakkaata, garuu keessoon isaa Rahmata (Gara-laafina), jaalalaa fii laphe bahaa ta’uun naaf gale”!!!

kana irraa akka ergaa guddaa fudhattan abdiin qaba.

Yeroo Hunda Gaarii Yaaduu fi Gaarii Hojjachuun Aadaa Nuuf Haa Ta’u, Booddeen Isaa Numa Fayyada.
Galatoomaa!!!
@Saabibuddiin28