Get Mystery Box with random crypto!

hubannu wanti kun waan akka tasaa ta’e osoo hin taanee waan it | Daandii Milkii(Jennataa)

hubannu wanti kun waan akka tasaa ta’e osoo hin taanee waan itti yaadamee maqaa Islaamummaa fi Muslimaa xureessuuf diinaan hojjatame ta’uudha.

Hubadhu:
● Namni yookii biyyi shororkeessummaadhaan beekame, kan lubbuu hedduu fi qabeenya hedduu barbadeessuun beekame, kan seenaan barreesse biyya Muslimaa miti, nama Muslimaas miti.
● Shororkeessummaanis kan jaqabame nama Muslimaatiin miti.
Ergaa dabalataaf

@Saahibuddiin28