Get Mystery Box with random crypto!

Daandii Milkii(Jennataa)

لوگوی کانال تلگرام saahibuddiin28 — Daandii Milkii(Jennataa) D
لوگوی کانال تلگرام saahibuddiin28 — Daandii Milkii(Jennataa)
آدرس کانال: @saahibuddiin28
دسته بندی ها: دستهبندی نشده
زبان: فارسی
مشترکین: 2.28K
توضیحات از کانال

Ch.kun kan barsiisu Waa'ee Amantii Islaamaa fi kiristaanaati. @Saahibuddiin28 Join godha.Yaadaaf @Saahibu28

Ratings & Reviews

1.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

2


آخرین پیام ها 3

2022-05-29 22:47:31 Kutaa 6ffaa Turullee dhugatu irra aanaa
164 viewsSahibu ddin, 19:47
باز کردن / نظر دهید
2022-05-13 11:59:07 Kutaa 5ffaa Turullee dhugatu irra aanaa
186 viewsSahibu ddin, 08:59
باز کردن / نظر دهید
2022-05-13 11:57:07
#Kutaa #5ffaa


#Hojii #manaa


Ragaa Wangeela Maatewos 12: 28 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

Maatewos 12: 28
❝Ani (#Yesuus) garuu #hafuura #Waaqayyootiin hafuurota hamoota kanan baasu erga ta'ee, mootummaan Waaqayyoo isin irratti dhufeera.❞



#Yesuus hafuura #Waaqayyootiin hafuurota hamoota baasuu jechuun maal jechuudha?

A. #Yesuus #qarqaarsa yookaa #hayyama Waaqaatiin, ka #dandeettii #isaatiin #hin #taane hafuura hamootaa baasuu isaa mudhisaa.

B. Yesuus qarqaarsa yookaa hayyama #Waaqaatiin #malee, dandeettii isaatiin hafuura hamootaa baasuu isaa mudhisaa.

C. #Yesuus #tooftaaf akkas jedhe malee, dubbiin Wangeela #Maatewos 12: 28 irratti ibsame hundi waan dandeettii Yesuus ni qaba jedhanii worroonni amantii Kiristaanni hordofan yaadan faalessuuf, kanaafuu dubbiin Wangeela kanaa #soba ta'aa jechu.


Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.

hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.

Yesuus wonta hojjatu kamuu dandeettii isaatiin osoo hin taane qarqaarsa yookaa hayyama Waaqaatiin akka ta'ee fi Worroonni maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasna jedhan hundi, haasofni isaanii hundi akka hidda hin qabne fi haasawa soba ta'e ifatti mudhisaa.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
By:XR
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa
@Xaalibu6504
@Saahibuddiin28
187 viewsSahibu ddin, 08:57
باز کردن / نظر دهید
2022-05-08 21:52:22
oduu gammachiisaa maqaan isaa joon jedhama lammii ameerikaa godina niwyoorkiiti jiraata. ogeessa seeraati mana murtii keessa hojjata. ar'a islaamummaa seene (islaamaye) "gammadeen jira maqaa kiyya yuusufitti jijjiiradhe " jedha. ሰበር ዜና ጆን ይባላል አሜሪካዊ የኒውዮርክ ግዛት ነዋሪ ነው በፍርድ ቤት ውስጥ የሚሰራ የህግ ባለሙያ ነው ዛሬ እስልምናን ተቀብሏል በጣም ደስተኛ ነኝ ዩሱፍ ተብያለሁ ይላል ።

@Saahibuddiin28
427 viewsSahibu ddin, 18:52
باز کردن / نظر دهید
2022-05-08 18:40:34 Kiristaanotaaf:
Yesuus Kiristaana ta'aa jedhee barsiisee jiraa ? Essatti?

Namni Yesuus Waaqa ta'uu amane jireenya bara baraa (jennata)ni argataa ?
Mee warri Kiristaanummaa irraa abdiin qaba jettan nuuf deebisa!
Deebiin asiin eegama.

@saahibu28
341 viewsSahibu ddin, edited  15:40
باز کردن / نظر دهید
2022-05-08 18:01:44 #Turullee #dhugatuu #irra #aana


#Kutaa #4ffaa


#Hojii #manaa


Ragaa Wangeela Maatewos 12:50 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

Maatewos 12:50
“Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu eenyu iyyuu, #obboleessa #koo ti, #obboleettii #koo ti, #haadha #koo tis" jedhe.”



Akka Wangeelli Maatewos 12:50 ibsutti, namoota akkamtu #oboleessa, #oboleettii fi #haadha Yesuus?

A. Namoota akkuma Yesuus jaalala Waaqaa (ajaja Rabbii) godhe (raawwate), isaanis ajaja Waaqaa guutan hundi, isaannan sun yoo dhiira taate oboleessa, yoo shamarran taate oboleettii yookaa yoo dubartii gurguddoo taate ammoo haadha Yesuus jedhamuu, yaadni Wangeela #Maatewos #12:50 lle #sirri.

B. Nama #Yesuusuun yaa #gooftaa jedhee ganamaa galgalaa #sirbutu yoo dhiira taate oboleessa, yoo shamarran taate oboleettii yookaa yoo dubartii gurguddoo taate ammoo haadha Yesuus ta'uu, yaadni Wangeela #Maatewos #12:50 ammoo #soba jechuudha.



Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.

hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa, haqa jiru hubachiisaa.

Yesuus Waaqa dubbiin jedhu guutumatti dubbii ololaa akka ta'e, ragaan Wangeela Maatewos 12:50 qofti gahaadha. Akkamitti? yoo jettan:

1ffaa- Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu Jedhe malee jaalala kiyyaa kan godhu (raawwatu) hin jenne.

2ffaa- Namni jaalala (ajaja) abbaa (Waaqa) raawwate hundi anaaf gabricha kiyyaa hin jenne, maal malee? Oboleessa, oboleettii yookaa haadha jedhe malee. Kanaafuu, Yesuus Waaqaa dubbiin jedhu haasawa sobaa hidda hin qabnee jechuudha.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
By:XR
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa
@Saahibuddiin28
339 viewsSahibu ddin, 15:01
باز کردن / نظر دهید
2022-05-08 18:00:12 Kutaa 4ffaa Turullee dhugatu irra aana
254 viewsSahibu ddin, 15:00
باز کردن / نظر دهید
2022-05-08 17:57:15 "Yaad-rimee Waa'ee Rabbii kiristaanummaa keessatti"

Abdussalaam idriis (seyfal_islaam)
kitaaba Dr Zakir irraa
.

Page 11
Size 78k


@seyfal_islaam2nd
@seyfal_islaam2nd
188 viewsSahibu ddin, 14:57
باز کردن / نظر دهید
2022-05-08 17:50:52
Akkoon teenya tun, nama Great Biritaaniyaati. Umriin isii Waggaa 87 yeroo gahu Islaamummaa fudhatte. Gargaarsa Rabbiitiin Sooma kanallee guutuu soomantee jirti.

Maa Shaa Allah
@JemalSheikhBakri1
201 viewsSahibu ddin, 14:50
باز کردن / نظر دهید
2022-05-06 21:26:27 Paastar Adee Abrahaam poolisiitti kan himatame hordoftoota isaa tokkoon yoo ta’u, namni kun paastarichi balbala jannataa magaalaa Araromi-Ugbeshi keessa jirutti si geessa jechuun doolaara 750 yookaan Birrii 40,000tti siqu akka isa kaffalchiise himeera.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/suSQAHr
400 viewsSahibu ddin, 18:26
باز کردن / نظر دهید