Get Mystery Box with random crypto!

Daandii Milkii(Jennataa)

لوگوی کانال تلگرام saahibuddiin28 — Daandii Milkii(Jennataa) D
لوگوی کانال تلگرام saahibuddiin28 — Daandii Milkii(Jennataa)
آدرس کانال: @saahibuddiin28
دسته بندی ها: دستهبندی نشده
زبان: فارسی
مشترکین: 2.28K
توضیحات از کانال

Ch.kun kan barsiisu Waa'ee Amantii Islaamaa fi kiristaanaati. @Saahibuddiin28 Join godha.Yaadaaf @Saahibu28

Ratings & Reviews

1.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

2


آخرین پیام ها 4

2022-05-03 21:02:44 Yeroo naannoo biraa keessaa maqaa of ta'uu jedhuun ummanni hoongootti seenaa jirutti Warri Oromoo angafaa ta'anii fi maalummaa amantii Waaqeffannaa sirriitti beekan gara Islaamummaa dhufaa jiru.Kun tola Rabbiitu.Hudaafu baga Rabbiin dargaggoota keenya haqa argisiise.
564 viewsSahibu ddin, 18:02
باز کردن / نظر دهید
2022-05-03 20:55:17
Oduu Gammachuu (አስደሳች ዜና)

Godina Booranaa Aanaa Areerootti guyyaa Kaleessaa Dirree Iidaatti dargaggoonni 50 tahaan gara Amantaa isaanii kan dhalootaa Islamummaatti deebi’an.
#Share

ALLAAHU AKBAR!

@JemalSheikhBakri1
455 viewsSahibu ddin, 17:55
باز کردن / نظر دهید
2022-05-02 15:06:19 Biyyi kun an keessan miti jettee nu daddarbachuu barbaadi fakkaata.Garuu jaallatus jibbitus keenya.Gurra ishee keessa dhoofne ofiin bulfanna malee bakki dhaqnu hin jiru.
@Saahibuddiin28
516 viewsSahibu ddin, 12:06
باز کردن / نظر دهید
2022-05-02 14:43:15 Salaata Iidaa Istaadiyoomii walakkaa Addabaabaayiitti boonbii aara boochisu baay'eetu nutti dhukaafame.
****
Walakkaa abiyoot Addabaabaayiitti baay'inaan dhukaafame. Jalqaba yeroon dheerannaan ummanni gaaffii haa salaannu jedhuufi kkf kaase. Ogguma kana duuba kiyyarra dhukaasa wahii dhaga'e. Dhukaasni jalqabaa maal akka ta'e hin barre. Achiin namoonni gariin takbiiraa jedhan. Achuman qaamni tikaa dhukaasa boochisu itti fufe. Namoonni baay'een baqachuu jalqaban. Dhukaasni cimee itti fufee ummanni hunduu osoo hin salaatin bittinnaa'e. Yoo warri fagoo jiru salaate malee naannoon sun homaa hin salaanne. Namoonni baay'een fuuldura kootti kufan; dubartoota baay'ee namni baatee achi keessaa baase. Dargaggeessa guutummaatti of dadhabee baatamee mana yaalaa dhaqes arge.Kan baay'ee na gaddisiise dubartoota baqatanii sadarkaa irra bahanittillee osoo ijji kiyya ilaaluu dhukaafame.

Namoota baay'eetu kallattii dhufan irraa faallaatti ari'aman. Boolee irraa dhufanii kara Piyaassaatti, Araat Kiiloo dhufanii Qeeraatti kan baqatanii hanga ammaa naannaa'aa jiran baay'eedha. Jeequmsi kun hanga yoomiitti akka itti fufu Rabbumti haa beeku. Osoo dhaabni ummata Muslimaa sirraa'ee haala salphaadhaan furama ture. Maalumaaf Iid Mubaarak.

Ustaaz Gaalii Abbaaboor
@JemalSheikhBakri1
412 viewsSahibu ddin, 11:43
باز کردن / نظر دهید
2022-05-01 21:00:34 Magaalaa Fiinfinneetti Salaatni Iid Al Faxir jalqabee hanga xumuramutti daandiiwwan cufaman ifoomaniiru.

Ayyaanni Iid Al-Faxir 1443ffaan nagaan kabajamee akka xumuramuuf Humni Waloo Nageenyaa qophii barbaachisaa ta’e xumuruu ibseera.

Ayyaanichi nagaan kabajamee akka xumuramuuf humni walichaa qophii ga’aa taasisuun gara hojiitti galuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiseera.

Oduu walfakkaatuun Salaatni Iid Al-Faxir guyyaa boruu kabajamu jalqabee hanga xumuramutti daandiiwwan magaalaa Finfinnee konkolaattotaaf cufaman ifoomeera.

Muddamni tiraafikaa akka hin uumamneef daandiiwwan armaan gadiitti eeraman guyyaa boruu konkolaattotaaf cufaa ta’uu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee yaadachiiseera.

Buufata Xiyyaaraa Booleerraa gama Galma Barkumeen gara Istaadiyeemii kan geessu Addabaabaayii Olompiyaarratti

Magganaanyaarraa gama Haayaahulettiin gara Addabaabaayii Masqalaa kan geessuu fi Boolee Madaanaalamiirraa gama Hoteela Atilaas gara Addabaabaayii Masqalaa kan geessu naannoo Bataskaana Uuraa’elitti

Araat Kiloorraa gara Addabaabaayii Masqalaa kan geessu Waldee Chiloot/ Ibsaa Paarlaamaarratti

Piyaassaarraa gara Addabaabaayii Masqalaa kan geessu Addabaabaayii Teewoodiroos irratti

Taklaayimaanotrraa gama Meetrooloojiin Istaadiyeemii kan geessu naannoo Meetrooloojiitti

Taklaayimaanot irraa gama Hospitaala Xuqur Anbassaan gara Istaadiyeemii kan geessu balbala Hospitaala Xuqur Anbassaa isa duubaarratti

Siniimaa Raasii gama Goollaa Mikaa’eliin gara Addabaabaayii Masqalaa kan geessu Goollaa Mikaa’eliirratti

Geejjaa Safar, Xeenaa Xibbaqaarraan gara mana Tiyaatira Biyyaalessaa kan geessu Goommaa Quxxabaarratti

Chilootii Baashaa Waldeerraa gama Gaaraajii Oormaan gara Masgiida Fil Wuhaa kan geessu naannoo Mana Maxxansaa Nigd irratti

Goofaarraa gama Bataskaana Qiddus Qiirqoosiin gara Lagahaar geessu naannoo Bataskaana Qiddus Qiirqoositti

Xoor Hayiloochii, Lidataa, Hospitaala Poolisiirraa gara Addabaabaayii Masqalaa Kan geessu Addabaabaayii Meeksiikoorratti

Saaris irraa gama Gootaraan Addabaabaayii Masqalaa kan geessu naannoo Araattenyaa Kifla xooriitti kan cufamu ta’uu ibsameera.

@Saahibuddiin28
495 viewsSahibu ddin, 18:00
باز کردن / نظر دهید
2022-05-01 21:00:29 Baga Ayyaana Eid al Fatir 1443ffaatiin isin ga'e.Warra baranaa Kan bara egeree/bara hedduu nu haa godhu.

Eid Mubarak!
عيد مبارك!
@Saahibu28
423 viewsSahibu ddin, edited  18:00
باز کردن / نظر دهید
2022-04-26 22:01:35 Guyyaa tokko Ergamaan Allaah (saw) "Eenyutu hardha Soomaa jira ?"jedhan Abu Bakar ana jedhe."Eenyu Hardha Reefka geggeesse(awwaalcha irratti irmaate)?"Abu Bakar ana jedhe."Eenyutu Hiyyeessa nyaachise ?"Abu Bakar ana jedhe."Eenyutu Dhukkubsataa gaafate?" Abu Bakar ana jedhe.Ergamaan Allaah "namni hojiiwwan kunneen guyyaa tokko keessatti walitti qabamteef jennata seenu malee hin afu"jedhan(Muslim 1707).

Kanaafu guyyoota Raamadaana hafe kana keessaa hojiwwan kana hojjochuuf yaala.Rabbiin nu hunda warra Jennata seenu haa godhu!
@Saahibuddiin28
679 viewsSahibu ddin, 19:01
باز کردن / نظر دهید
2022-04-25 05:19:06
711 viewsSahibu ddin, 02:19
باز کردن / نظر دهید
2022-04-25 05:17:38 Alhamdulillaah Allaahu Akbar Rabbiin Gabroottan Isaarraa Abbaa Fedheef Islaamummaa Kenna.Warri dhugaan galteef itti fayyadamaa jira.

South indian motivational speaker & teacher Mrs Sabarimala now as Fathima in first visit towards Makkah
She said, "I asked myself why so much hate against muslims in this country, I started reading Quran as a natural person, then I know the truth.
Now I love Islam more than my self
She requesting muslims to introduce Quran to everyone around
She said, You people have wonderful amazing book hiding in your homes, world must read this".
@Saahibuddiin28
633 viewsSahibu ddin, edited  02:17
باز کردن / نظر دهید
2022-04-25 05:16:39
549 viewsSahibu ddin, 02:16
باز کردن / نظر دهید