Get Mystery Box with random crypto!

Daandii Milkii(Jennataa)

لوگوی کانال تلگرام saahibuddiin28 — Daandii Milkii(Jennataa) D
لوگوی کانال تلگرام saahibuddiin28 — Daandii Milkii(Jennataa)
آدرس کانال: @saahibuddiin28
دسته بندی ها: دستهبندی نشده
زبان: فارسی
مشترکین: 2.28K
توضیحات از کانال

Ch.kun kan barsiisu Waa'ee Amantii Islaamaa fi kiristaanaati. @Saahibuddiin28 Join godha.Yaadaaf @Saahibu28

Ratings & Reviews

1.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

2


آخرین پیام ها 6

2021-11-19 17:53:35
286 viewsAbdii Qaba, 14:53
باز کردن / نظر دهید
2021-11-19 17:53:30
287 viewsAbdii Qaba, 14:53
باز کردن / نظر دهید
2021-11-19 16:49:39 Naayijeeriyaa Magaalaa guddittii Abuujaa 'tti Qeesota Kaatolikii 42 dabalatee Phaaphaasoonni 2 bakka tokko Islaamummaa qeebalan.
Maashaa Allah!
JechootaGaggaarii
@Saahibuddiin28
395 viewsAbdii Qaba, 13:49
باز کردن / نظر دهید
2021-10-29 16:42:59 Kabajamtoota fi Jaallatamtoota Hordoftoota Chaanaali Daandii Milkii yaadaa fi qeeqa yoo qabattan
asiin nuuf erga!
@Saahibu28
206 viewsAbdii Qaba, 13:42
باز کردن / نظر دهید
2021-10-29 16:38:17 GARAAGARUMMAA WAAQAYYOO TOKKICHAA FI IYYESUUS GIDDUU JIRU!!!
.

QABXII 13FFAA
☞Waaqni Tokkichi Gaarii Bara Baraati:-
Macaafa Faarfanna 118:1«Waaqayyo gaarii waan ta’eef, gaarummaan isaas bara baraan waan jiraatuuf, isaaf galata galchaa*!»
★☞Iyyesuus Faallaa kanaatiin Ani Gaarii Naan Hin Jedhinaa Jedha:-
Wangeela Maarqos 10:17-18 «Yesus adeemuudhaaf karaa irra yommuu bu’utti, namichi tokko itti fiigee, fuula isaa durattis jilbeenfatee, “Yaa barsiisaa gaarii! Jireenya barabaraatti galuudhaaf maal gochuutu anaaf ta’a?” jedhee gaafate. Yesus immoo, “Maaliif gaarii naan jetta? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru.»
] Eegaa Waaqni Tokkichi Gaarii Bara Baraa Yoo Ta’e, Iyyesuus Immoo “Maaliif gaarii naan jetta?” Jedhee yoo Morme,Iyyesuus Gaarii Bara Baraa Hin Ta’in Akkamiin Waaqayyo Tokkicha Gaarii Bara Baraa Ta’e Ta’uu Danda’a?
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
GOOLABBII
Uumamuun, Nama ta’uun, Du’uun, Rafuun,Muguun, Dadhabuun,Qoratamuun, Fakkaataa Qabaachuun, Jalqaba Qabaachuun, Barachuun Amala Uumamaa/Makhluuqaati malee Gonkumaa Amala Waaqayyoo Ta’uu hin danda’u. Kun Amala Hir’uudha Waaqayyoof Ta’uu Hin Danda’u. Waaqayyoon Akkamitti Yeroo Tokkotti Nama Jedhama?
Gaafiiwwan 13’n Armaan olitti dhiheessine kanaan Barnootni Isaanii Kan Gubaa’ee Efeson kan Bara 431AD irratti Waaqni Nama Ta’e, Namni Waaqa Ta’e jedhu Yookiin “Waaqa Guutuu fi Nama Guutuu” jedhu Duuwwaa/Zeeroodhaan Baay’ifame(X0), Sababni isaas Iyyesuus Mataa Ofii Waaqayyo Tokkicha irraa Addaan Baasee Of Kaa’eera waan ta’eef:-
Wangeela Maarqos 10:18 «Yesus immoo, “Maaliif gaarii naan jetta? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru.»
“Why do you call me good?” Jesus answered. “No-one is good— except God alone.
Goolabbii keenya irrattis Iyyesuus Waaqayyo Tokkicha yookin Meesensa Waaqa Tokkichaa isa lammaffaa osoo hin taane inni Ergamaa Waaqayyoo Tokkichaati:-
Wangeela Yohaannis 17:3 «Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti.»
Now this is eternal life: that they may know you, the only true God, and Jesus Christ, whom you have sent.
Τώρα αυτό είναι η αιώνια ζωή, το να ξέρεις, τον μόνο αληθινό Θεό, και τον Ιησού Χριστό, τον οποίο έχετε στείλει.
=====================================
( ﻭَﻗُﻞْ ﺟَﺎﺀَ ﺍﻟْﺤَﻖُّ ﻭَﺯَﻫَﻖَ ﺍﻟْﺒَﺎﻃِﻞُ ۚ ﺇِﻥَّ ﺍﻟْﺒَﺎﻃِﻞَ ﻛَﺎﻥَ ﺯَﻫُﻮﻗًﺎ )
«”Dhugaan Dhufe Sobni Dhabame. Dhugumatti Sobni Dhabamaa Ta’eera” Jedhi.» (Suuraa Israa’I 17:81

Barnoota Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wal-bira qabdani barachuu yoo barbaaddan Chaanaali keenya armaan gadi Join gochuun nu hordofa.

@Saahibuddiin28
238 viewsAbdii Qaba, 13:38
باز کردن / نظر دهید
2021-10-23 19:54:38

145 viewsAbdii Qaba, edited  16:54
باز کردن / نظر دهید
2021-10-23 19:52:55

146 viewsAbdii Qaba, 16:52
باز کردن / نظر دهید
2021-10-21 18:15:53 Kiristaanonni baay'een Islaamummaa fudhachuun Yesuusiin ganuu ykn faallaa deemuu itti fakkaata.

@Saahibuddiin28
186 viewsAbdii Qaba, 15:15
باز کردن / نظر دهید
2021-10-21 08:53:38 GARAAGARUMMAA WAAQAYYOO TOKKICHAA FI IYYESUUS GIDDUU JIRU

QABXII 12FFAA
☞Waaqni Tokkichi kan hin hojetamin/Hin Tolfamu yookin kan hin Uumamini:-
Macaafa Isaayyas Raajichaa 43:10 «Waaqayyo, “Yaa saba nana, isin dhuga-baatuu koo ti, garbichi ani fo’adhes isinuma, isin akka beektaniif akka amantanitti, isa kana kan godhe ana Waaqayyo akka ta’e akka hubattanitti, ana dura Waaqayyo kan biraa hin turre, ana booddees Waaqayyo kan biraa hin jiraatu.»
★☞Iyyesuus immoo Uumamaadha:-
Macaafa Isaayyas Raajichaa 49:5 «Ammas ani garbicha isaa akkan ta’uuf, Yaaqoobin gara isaa akkan fiduuf, Israa’elinis isa biratti akkan walitti qabuuf, Waaqayyo garaa haadha koo keessatti na tolchee fuula isaa duratti ulfina anaaf kennee jabinas anaaf ta’eera.»
] Waaqni Tokkichi kan hin tolfamne/hin Uumamne yoo Ta’e, Iyyesuus immoo Uumamaa yoo Ta’e; Iyyesuus Uumamaa ta’e Akkamiin fii Haala kamiin Waaqa Uumamaa hin ta’in Ta’uu Danda’a?

Barnoota Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wal-bira qabdani barachuu yoo barbaaddan Chaanaali keenya armaan gadi Join gochuun nu hordofa.

@Saahibuddiin28
244 viewsAbdii Qaba, 05:53
باز کردن / نظر دهید
2021-10-18 09:01:35 Allaahu Akbar!
Pastariin naayjeeriyaa qajjiin islaamummaa fudhatee jira.



@unsurlidiinillaah

مشاهدة "Popular Nigerian Pastor and His Members Accept Islam" على YouTube


158 viewsAbdii Qaba, edited  06:01
باز کردن / نظر دهید