Get Mystery Box with random crypto!

Daandii Milkii(Jennataa)

لوگوی کانال تلگرام saahibuddiin28 — Daandii Milkii(Jennataa) D
لوگوی کانال تلگرام saahibuddiin28 — Daandii Milkii(Jennataa)
آدرس کانال: @saahibuddiin28
دسته بندی ها: دستهبندی نشده
زبان: فارسی
مشترکین: 2.28K
توضیحات از کانال

Ch.kun kan barsiisu Waa'ee Amantii Islaamaa fi kiristaanaati. @Saahibuddiin28 Join godha.Yaadaaf @Saahibu28

Ratings & Reviews

1.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

2


آخرین پیام ها 5

2022-04-25 05:16:37 Biyya Ispeen 'tti Namoonni Islaamummaa fudhachaa jiran haalaan dabalaa jiru...!!

Amantaan guutuu Addunyaa kana weeraraa jiru keessattuu biyyoota Awurooppaa keessatti haalaan babal'ataa jiru Islaamummaan biyya Ispeen keessatti haala adda ta'een dagaagaa jiraachuu isaa qorattoonni garaagaraa ifoomsaa jiru.

Farreen Islaamaa biyya Ispeen keessaa Islaamummaa balleessuuf daba isaan hin hojjanne hin jiru! Of duuba deebinee seenaa yoo mil'annu... Jabanni Bulchiinsa Islaamaa biyya Ispeen yeroo goolabamu sirni Bulchiinsa Kiristaanaa bakka bu'uun gara aangootti ol ba'e! Sirni Bulchiinsa Kiristaanaa kun yeroo aangoo qabatu xiyyeeffannoon isaa jalqabaa Islaamummaa biyya Ispeen keessaa balleessuu ture, Ifatti labsii baasuun Muslimoota biyya sanaa irratti duula guddaa banuu isaa dhugaa Seenaan ragaa bahu dha.

Muslimoota roorroo sirnichaa dandamatanii Islaamummaa isaanii jabeessanii qabatan dirqiin akka isaan cuubamanii Kiristaanummaa fudhatan taasisaa ture! Kanneen didanii falmatan ammoo heddumminaan daguuguun yoo fixu gariin ammoo biyyicha dhiisanii akka baqatan taasifamanii turan.

Seenaan gurraachi kun marti darbee yeroo dhihoo as Amantaan roorroof harka hin kennine Islaamummaan biyya Ispeen keessaan calaqqisaa jira! Biyyi Ispeen irra-deebiin Galaana Islaamummaan dhuunfatamaa jiraachuu qorannoon ba'aa jiru nii mirkaneessa.

Bara 2019 irraa eegalee qorannoo garaagaraa geggeessaa kan ture Dhaabbanni Hawaasa Muslimaa biyyattii akka beeksisetti lakkoofsi Muslimoota biyyattii sadarkaa ol'aanaan dabalaa jiraachuu isaa dha! Akka biyyattiitti tilmaamaan guyyaatti Namoonni 268 Islaamummaa kan fudhatan yoo ta'u Magaalaa Galishiyaa keessatti ammoo Lammiileen Ispeen 5,200 ta'an Islaamummaa fudhachuun isaanii beekamee jira.

Haaluma kanaan biyya Ispeen keessatti Masjiidi heddummaachaa kan jiru yoo ta'u giddu-gala Hifzii Qur'aanaa dabalatee Dhaabbanni Barnoota Islaamaa facaasan danataa dhufanii jiru.

Islaamummaan Ardii Awurooppaa irra-deebiin dhaaluuf imala irra jira.
Inshaa Allah!
@Saahibuddiin28
#JechootaGaggaarii
555 viewsSahibu ddin, edited  02:16
باز کردن / نظر دهید
2022-02-23 20:33:32 #KUTAA_12FFAA

Sababa rakkoo konnekshiiniitiif Tirannaan waan jiruuf obsaan yaalaa.

Karaawwan Firii qorumsa biyyaalesaa kutaa 12ffaa bara 2014 ittiin ilaalan.

1) result.neaea.gov.et

2) result.ethernet.edu.et

3) Telegram @moestudentbot

4) Kara (9444 SMS)
163 viewsAbdii Qaba, 17:33
باز کردن / نظر دهید
2022-02-23 20:17:53 Firiin qormaata seensa yuunvarsiitii bara 2013 ifoome.

Sababoota garagaraatin dheeratee kan ture bu’aan qormaata seensa yuunvarsiitii bara 2013 ifoomuu Ejansii Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa beeksiseera.

Qormaaticha fudhachuuf barattoota galma’aan kuma dhibba 6 fi kuma 17 fi 991 keessaa %96 kan ta’aan qormaaticha marsaa lamaan fudhataniiru.

Waliigalan kumni dhibbi 2 fi kumni 77 kan ta’an dubartoota jedhameera.

Soororsi qormaaticha amansiisaa ta’uu fi meeshaalee sakattoo xuxuqqiirra bilisaatiin kaameraawwan poolisii federaa fi seekterichaatin tumsamee of eeggannoon gaggeeffamu ibsameera.

Barattoota dambii qormaatichaa cabsaan 141 irra bu’aa qormaata haquu dabalatee tarkaanfiwwan adda adda fudhatamaniiru.

Bu’aan qormaata Siiviiksi madaallii seensa yuunvarsiitiif akka hin tajaajille murtaa’e

Bu’aan qormaata Siiviiksii madaallii seensa yuunvarsiitiif akka hin tajaajille murtaa’uu Ejansii Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa beeksiseera.

Dabalatanis xiinxalli bu’aa qormaatilee akaakuu barnootaatin, manneen barnootaa fi sadarkaan barataa gaggeessuu fi bu’aawwan akaakuu barnoota tokko tokkorratti gamaaggamaa gaggeessuu ibseera.

Bu’uuruma kanaan bu’aan qormaata siiviiksi manneen barnoota hunda keessaatti sadarkaa walfakkatadha jedhuun daballii agarsiisuu ibsameera.

Sababa kanaanis bu’aan qormaata Siiviiksi madaalli seensa yuunvarsiitiif akka hin tajaajille murtaa’uu ejansichi ibseera.

Karaawwan Firii qorumsa biyyaalesaa kutaa 12ffaa bara 2014 ittiin ilaalan.

Bu’uruma kanaan barattoonni bu’aa qormaata isaanii:-

1.Maarsariitii Ejansii Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa:- result.neaea.gov.et

2.Maarsariitii Ministeera Barnoota result.ethernet.edu.et

3.Bootii Teelegraamii (Telegram Bot):- @moestudentbot linkiwwan kanneen xuquun firii qormaataa isaanii ilaalachuu ni danda’uu.

4.Erga gabaaba SMS 9444 irratti lakkoofsa isaanii galchuu ergun bu’aa isaanii baruu ni danda’uu jedhameera.

Haaluma wal fakkatuun barattoonni komii qaba liinkii result.neaea.gov.et seenuu fi Compliant kan jedhu xuquun komii isaanii unkarratti guutuu akka danda’aan ibsameera.
1.2K viewsAbdii Qaba, 17:17
باز کردن / نظر دهید
2022-02-13 15:55:57
Kitaaba "Jireenya keetti qammadi "jedhu obboleessi keenya barreessan Jamaal Shek Bakir fidee dhufaa Jira.Nutis binnee dubbisuuf haa qopheefnu.
137 viewsAbdii Qaba, edited  12:55
باز کردن / نظر دهید
2022-02-13 15:50:48 Kitaaba kana buusa dubbisa. Baay'ee namatti tola.waan guddaa irraa barattu.
818 viewsAbdii Qaba, edited  12:50
باز کردن / نظر دهید
2021-12-05 08:57:41 Wantoota Sababa Gammachuu fi Milkii Namaaf ta'u kutaa 2ffaa.



11. Rakkoo waliin ballootu jira jechuu beeki..

12. Rakkoo sitti dhufte obsaan furmaatatti jijjiiri.....

13. Hoggaa rakkatte kan si gargaaru Rabbi qofa tahuu beeki

14. Dhimma namaa caalaa dhimmi kee si haa rakkisuu...

15. Waan Rabbiif jattee yoo dhiiste kan bakka siif buusu Rabbi tokkicha tahuu beeki.....

16. Jiruun dhugaa jiruu iimaanaati(jiruu Rabbitti amantee ajaja isaa hordofuu)

17. Waa itti fayyadamte haaluma gaariin itti fayyadami...ana booda namni itti hin fayyadamin jettee hin ballessin...

18. Zikrii Rabbiitin qalbiin tasgabboyti....

19. Waan Rabbiin namaaf kannerratti nama hin hassadin...

@Saahibuddiin28
119 viewsAbdii Qaba, 05:57
باز کردن / نظر دهید
2021-12-01 18:08:18 Sadarkaa Yesuus Islaamummaa keessatti

Qur'aanni waa'ee Kiristaanotaa, waa'ee Yesuus/ nabi Iisaa (as) fi haadha isaa Maryamaa sirriitti gadi fageenyaan irraa dubbata.Boqonnaalee Qur'aanaa 28 keessatti,Keeyyatoota (aayatoota) Qur'aanaa 220 keessatti yookiin Qur'aana keessaa 3.5 % kan ta'u keessatti dhimmi isaanii ibsamee jira.Macaafa Qulqulluu dabalatee kitaabban Addunyaa kana irratti argaman keessaa kan karaa sirrii fi dhugaa ta'een Yesuusii fi Maryamaan akka Qur'aanaatti kabajee ibse hin jiru.Qur'aana keessa Boqonnaa Maatii Imraan (Al Imeraan )jedhamu kan Boqonnaawwan Qur'aanaa keessaa guddinaan 2ffaa irratti argamutu jira.Imraan kun immoo Abbaa Maryamaa fi Akaakayyuu Yesuus gama haadhaatiin kan ta'eedha. Dabalataan addatti maqaan isaa Yeroo sadi dubbatamee jira.Maqaan Yesuus akka amantii Islaammatti Iisaa(Iisaa ibnu Maryam),Masiiha(Masiih ibnu Maryam) jedhamuun beekama. Maqaalee kanaan yeroo 25 Qur'aana keessatti dubbatamee jira.Kana keessaa yeroo 23 kan Haadha isaa Maryamaa wajjin dubbatame.Walumaagatti maqaan Maryam Qur'aana keessatti yeroo 34 dubbatameera.Inumaa Maqaa dubartoota keessa kallattiin Qur'aana keessatti kan dubbatame kan ishee qofa.Boqonnaa Qur'aanaa keessaa tokko kan maqaa isheetiin moggaafame kan "Maryam" jedhamutu jira.Dabalataan maqaan obboleessa ishee Haaruun jedhamuus dubbatamee jira.

Itti Fufa...

Barnoota Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wal-bira qabdani barachuu yoo barbaaddan Chaanaali keenya armaan gadi Join gochuun nu hordofa.

@Saahibuddiin28
144 viewsAbdii Qaba, edited  15:08
باز کردن / نظر دهید
2021-12-01 18:05:01 Wantoota Sababa Gammachuu Fii Milkii Namaaf Ta’u
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

1. Waan Rabbi sii kanne xinxaalii galata galchi...

2. Wanti dabre dabree san yaaduun yeroo tee ifirraa hin fixin..

3. Guyyaan kee kanuma kana kessa waan gaarii hojjadhu...

4. Waan fulduraa hanga dhufutti waa'ee isaa yaaduu dhiisi...

5. Namni si komachuu hin dhiisuu,xiyyeff
annaa hin kanniniif..

6. Galata namarraa hin eegin,waan hojjattu Rabbumaaf hojjadhu...

7. Namatti tola ooli....

8. Boqonnaa kee hojii keyriitin xumuri...

9. If tahii jiraadhu,nama biraa fakkachuun of hin rakkisin....

10. Murtii Rabbii jaalalaan qeebali..
Itti fufa....
@Saahibuddiin28
130 viewsAbdii Qaba, 15:05
باز کردن / نظر دهید
2021-12-01 18:05:01 ما هي العوامل التي توسع الفارق بين المسلمين والنصارى ؟.

الحمد لله

العوامل التي توسِّع الفارق بين المسلمين والنصارى كثيرة وعظيمة ، والخلاف العقدي الذي بيننا وبينهم لا يسمح بالتقارب إلا أن يتركوا ما هم فيه من كفر وضلال ، ويلتحق بركب الموحدين لرب وإله واحد ، والشهادة للنبي محمد صلى الله عليه وسلم بالرسالة ، والاعتقاد ببشرية عيسى عليه السلام .

وهذه أبرز الانحرافات في دينهم والتي توسع الفارق بيننا نحن المسلمين وبينهم .

1. اعتقاد النصارى أن المسيح ابن الله .

2. اعتقاد النصارى أن المسيح عليه السلام إله مع الله ، بل هو الأقنوم الثاني من الثالوث المقدس عندهم .

3. اعتقاد أن اللاهوت حلّ في الناسوت .

4. اعتقاد أن الله يتكون من ثلاثة أقانيم وهو ما يعرف بـ "عقيدة الثليث " .

5. اعتقاد النصارى أن المسيح عليه السلام صلبته اليهود بأمر بيلاطس النبطي وتوفي على الصليب .

6. اعتقاد النصارى أن المسيح مات مصلوباً فداءاً للبشرية وكفارة للخطيئة الموروثة.

7. موقف النصارى من اليهود الذين يكذبون عيسى عليه السلام ، ويزعمون أنهم صلبوه وقتلوه ، ويتهمون أمه " مريم " بالزنى – وهي المبرأة من ذلك - ، ومع هذا فإن موقف النصارى منهم اليوم موقف النصرة والولاء ، وموقفهم من المسلمين الذين يعظمون عيسى عليه السلام وأمه موقف العداء والبراء .

8. تحريفهم لكتاب الله تعالى الإنجيل ، سواء تحريف اللفظ بالتغيير أو الزيادة أو تحريف المعنى ، وفي ذلك من نسبة السوء والشر لله تعالى ولدينه ما فيه .

9. عقيدة الخلاص ، وهي اعتقادهم أن الله أرسل ابنه الوحيد ليخلص الناس من إثم ارتكبه أبو البشرية عليه السلام فعجز الله عن مغفرة ذنبه فأرسل ابنه الوحيد الذي لا ذنب له ليضحي بنفسه من أجل زوال الخطيئة .

وهذا انتقاص لرب العالمين وتكذيب للحقائق من توبة آدم عليه السلام وتنجية الله تعالى للمسيح عليه السلام من القتل .

10. كفرهم بنبوة محمد صلى الله عليه وسلم ، مع أنه منصوص عليه في العهدين الجديد والقديم .

11. إيمانهم بصحة التوراة المحرفة التي بين أيديهم اليوم ، وفيها من سب الله تعالى ووصفه بالنقائص وسب الأنبياء والمرسلين ما يتعاظم المرء أن يتكلم به ، لكننا نذكره ليُعلم شناعة ما هم عليه من الكفر .

فيصفون الله تعالى أنه بكى ندماً على الطوفان الذي أغرق قوم نوح حتى رمد وعادته الملائكة تعالى الله عز وجل عن ذلك علواً كبيراً .

ويصفون لوطاً عليه السلام بأنه زنى بأبنيته ، ونوحاً بأنه شرب الخمر حتى ثمل وبدت عورته ، ومخازيهم أكثر من ذلك .

انظر " هداية الحيارى في أوبة اليهود والنصارى " لابن القيم ، و " نقض النصرانية " للدكتور محمد بن عبد الله السحيم .

والله أعلم .
@Saahibuddiin28
153 viewsAbdii Qaba, 15:05
باز کردن / نظر دهید
2021-11-19 17:53:35
273 viewsAbdii Qaba, 14:53
باز کردن / نظر دهید